Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. ሓቲ ኢሳ ማርያም ኣማላ ጋሪይ ፊ ቶልቱ ሆጃቹን ቤከከምቲ። Mariyam Mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.
App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.
Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa፡
- Seenaa Nabi Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis ሚቲ
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu’uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofቲ akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Goofatati" jedhanii.