Utubaan Amantaa Kitaaboota seera Amantaa Ortoodoksii bu'uura godhanii qopha'an of keessa qaba. Qabiyyeen isaanii abbootii keenyaan madaalamee fi sirreeffame kan dhiyaate yo ta'uu, qunnamtii interetii malee kan hojjatu dha. Applikeeshiniin kun kitaabota mata duree armaan gadii caqafaman hammata.
Kitaabota Utubaa Amantaa Keessati Argaman
โข Kitaaboota Kadhaa
โข Kitaaboota Barnota Amantaa
โข Somoota Ortoodoksii
โข Ayyaanota gurguddoo Amantaa Ortoodoksii
โข Dubbii qulqullootaa
โข Qabsuura Qulqullootaa (Sinkisaara)
โข ืฆืืขืื ื ืืืจืืืืจื
โข Gaaffilee fi Deebii Isaanii
Amaloota Applikeeshinii Kanaa
โข Dubbisuuf (Fayyadamuuf) qunnamtii interneetii hin gaafatu
โข Guyyaa fi galgala(Halkan) dubbisuuf mijataa dha
โข Qubee guddisuu ykn Xiqqeessuuf kan gargaaru
โข Jechoota barbaaduuf kan gargaaruu "barbaadduun" itti ida'ameera
โข Qabiyyeewwan Applikeeshinichaa salphaatti fayyadamuu dandeessisa
ืขืืืื ืืืจืื ืืชืืจืื
16 ืืืืืณ 2024