Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha ។ Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise ។ Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti ។ Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha ។
កម្មវិធី kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira ។
Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:
- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa ។
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu ។
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu ។
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe ។
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu'uu Agarsiisan ។
- Maaliif Iisaan qofti akka bu'uu fi nabiyyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati" jedhanii ។
បានដំឡើងកំណែនៅ
18 មករា 2025