Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu
Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul'ataniif furmaata laachuufidha। Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti।
Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati barataa leenjisti। kuni waluumagalatti Applikeeshiniin, dandeettiiwwan afaanii afran guddisuuf ga'ee guddaa taphata jenee abdii qabna।
Appi kanaan Afaan offii sirritti barreessuufi yaalii godha, shaakalaa, fagoo mittii। Yaada, deeggarsaa Fi hirmaannaa keessaniif dursinee ISIN galateeffanna!
Appi काना Ilaalaa, godha स्थापना गर्नुहोस्। Jaalalaafi gammachuutiin insin affeerree jirra, Garee OromNet!
कृपया Google प्ले स्टोर हाम्रो अनुप्रयोग दर।
डाउनलोड लागि धन्यवाद,
OROMNET सफ्टवेयर र आवेदन विकास, Nekemte, इथोपिया
मा अपडेट गरिएको
२०२४ अगस्ट १३