Seenaa Iisaa (Iyyasus)

Inneholder annonser
10k+
Nedlastinger
Egnethet
PEGI 3
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde
Skjermbilde

Om denne appen

Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. Mariyam mana amantiin beekkame keessatti tan dhalattee fi xiqqeenya irraa jalqabuun ibaada irratti tan guddatteedha.

App kana keessatti seenaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.

Qabxiilee App kana keessatti hammataman irraa:

- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa'imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu Ifa bahu.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudhamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas miti ilma Gooftaatis miti
- Ragaalee Iisaan (aleyh salaam) itti bu’uu Agarsiisan.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota “Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati” jedhanii.
Oppdatert
18. jan. 2025

Datasikkerhet

Sikkerhet starter med en forståelse av hvordan utviklere samler inn og deler dataene dine. Fremgangsmåtene for personvern og datasikkerhet kan variere basert på bruk, region og alder. Utvikleren har oppgitt denne informasjonen og kan oppdatere den over tid.
Ingen data deles med tredjeparter
Finn ut mer om hvordan utviklere deklarerer deling
Ingen data samles inn
Finn ut mer om hvordan utviklere deklarerer innsamling
Dataene krypteres ved overføring
Du kan be om at data slettes