Iisaan (Iyyasuus) nabiyyi kabajamaa fi sadarkaa guddaa qabuudha. Rabbiin haala addaatiin akka dhalatu isa taasise. Haati isaa Mariyam amala gaarii fi toltu hojjachuun beekkamti. මරියම් මන ආමන්තියින් බීක්කමේ කීස්සත්ති තන් ධලට්ඨී ෆී ෂික්ඛීන්යා ඉරා ජල්කබුන් ඉබාද ඉරට්ඨි තං ගුද්දත්තේධා.
App kana keessatti seeaa Iisaa fi Mariyam akkasuma gaaffileefi qabxiileen ijoo ta'an bal'inaan keessatti kaafamee jira.
Qabxiilee App kana keessatti hammataman iraa:
- Seenaa Nabii Iisaa fi Haadha isaa.
- Iisaan (Iyyasuus) siree daa’imummaa keessaa yommuu dubbatu
- Dhugaan Yommuu ඉෆා බාහු.
- Iisaan gara Samii Ol-Fuudamuu.
- Eenyutu yeroo jalqabaatif "Iisaan (Iyyasuus) ilma waaqayyooti (gooftaati)" jedhe.
- Iyyasuus (nageenyi isarratti haa jiraatu) gooftaas Miti ilma Gooftaatis Miti
- රගාලී අයිසාන් (අලෙයිහ් සලාම්) ඉති බුඋඋ අගර්සිසන්.
- Maaliif Iisaan qofti akka bu’uu fi nabiyyiin biraa akka hin buune godhamee?
- Adabbii Namoota "Iisaan (Iyyasuus) gooftaadha ykn ilma Gooftaati" jedhanii.